"Tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa To’achuuf Qajeelfamoonni Bahan Hojii Irra Oolfamaa Hin jiran"

Faayilii - Bakkawwan qorannan vaayrasii koronaa itti geggeeffaman keessaa tokoo, Finfinnee

Namoonni biyyoota alaa irraa Itiyoophiyaa seenan guyyoota kudha afuriif akka adda of baasanii turan qajeelfamni mootummaan Itiyoophiyaa baase hojii irra oolfamaa hin jiru, jechuun yaaddoon namoonni dhiheessan akka qulqulleeffamaa jiru Instiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisee jira. Abbaan Alangaa Federaalaa Itiyoophiyaa gama isaatiin tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa to’achuuf qajeelfama bahe cabsuun seeraan nama gaafachiisa, jedhee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Tatamsa’ina Vaayiresii Koronaa To’achuuf Qajeelfamoonni Bahan Hojii Irra Oolfamaa Hin jiran ka Jedhame Akka Qulqulleeffataa Jiru Dubbata Moo