Oduu ABO fi KFOn Akkaataa Itti Boordiin Filannoo Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Dabarse Komachuun Ibsa Baasan Elba 03, 2020 FINFINNEE — Filannoo Biyyaalessaa yeroo biraatti dabarsuuf murtiin Boordiin Filannoo murtesse kan nu hin hirmaachisinii fi edemas hojii sirrii hin tanate, jechuun komatan - Addi Bilisumaa Oromoo fi Kongrasiin Federaalawaa Oromoo. Bordiin Filannoo gama isaatiin qaama dhimmi ilaalatu hundaa mariisisnee turre, ahuma irratti garuu rakko jiru ilaaluun ofumaa murtessine, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa Your browser doesn’t support HTML5 ABO fi KFOn Akkaataa Itti Boordiin Filannoo Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Dabarse Komachuun Ibsa Baasan