FINFINNEE —
Bulchiinsi mootummaa naannoo Oromiyaa tatansa'ina Vaayrasii Koroonaa tohachuuf Wiirtuulee laaboraatorii jahaa fi hospitaalota kudha sagal qopheessuu isaa beeksisee jira.
Oduu gama biraatiin Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa hidhamtoota kuma kudha sadi’ii ol ta'an akka hiikkaman murteesse jira.
Your browser doesn’t support HTML5
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Tatamsa’ina Koronaa To’achuuf Wiirtuulee Fayyaa fi Hospitaalota Qopheessuu Beeksise