Magaalaa Dambi Doollootti Dargaggoon Riphxee-loltootatti Hidhata Qabu Tarkaanfii Humna Nageenyaan Ajjeesame, Jedhu Kantiibaan Magaalattii

Magaalaa Dambi Doollootti Dargaggoon Riphxee-loltootatti Hidhata Qabu Tarkaanfii Humna Nageenyaan Ajjeesame, Jedhu Kantiibaan Magaalattii

Magaalaa Dambii Doolloo keessatti, humnoonni naga-eegumsaa mootummaa, dargaggoo Fedhasaa Awwaqaa jedhamu ‘Abbaa Torbee ti, Warra hidhatanii Bosona jiran wajjin hariiroo qabda,’ jechuun itti dhukaasanii ajjeesan jechuun obboleessi isaa Obbo Carraa Awwaqaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himee jira.‘Dargaggoon kun waan mootummaan itti komatu wajjiin homaa hidhata hin qabh’ jedha – Obbo Carraan.

Kantiibaan magaalaa Dambii Doolloo Obbo Iyyaasuu Qannaa immoo‘ Fedhasaan humnoota nageenyaa mootummaan ajjeefamuun hariiroo Riphxee-loltoota wajjiin waan hidhata qabuuf qabuufi. Osoo qaama nageenyaa irratti tarkaanfii fudhachuuf yaaluu ajjeesame,”jedhan.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Magaalaa Dambi Doollootti Dargaggoon Riphxee-loltootatti Hidhata Qabu Tarkaanfii Humna Nageenyaan Ajjeesame, Jedhu Kantiibaan Magaalattii