Qorannaa Vaayrasii Koronaa uummata Iraatti Gaggeesinee Xumurre:Angawaa Tigraay

  • VOA

Manaa gara manaatti adeemuun maatiin abbaa warraa miliyoona tokkoo fi walakkaa vaayrasichaan qabamuu fi dhiisuu isaanii adda baafanne jirra jedhan ministeerri waajiira eegumsa fayyaa bulchiinsa nnaanoo Tigraay Dr.Haagoos Goodfaay.

Kanneen shakkaman namoonni 33 adda baafamanii waaltaa qophaa'ee keessa ka'amuun ibsamee jira.