Tigraay Uggurri Vaayrasii Koronaaf Keesse Hanga Tokko Kaasuuf Jirti

  • VOA

Maqalee, Tigiraay

Prezidaantiin bulchiinsa naannoo Tigraay Dr. Debretsiyoon Gabre Mikaa'eel akka jedhanti manneen Buna danfisanii gurguranii fi daldalli xixxiqoon banamuuf jiru.

Geeejiibii uummataa aanaa tokko keessatti kan jalqabamuuf jiru yoo ta'u hojjatonni mootummaa hangi tokkoos hojiitti deebi'uu.

Kunis Saambata borii Ebla 25 bara 2020 kaasee akka ta'u Mulugeetaa Atsebahaa Maqalee irraa gabaasee jira