Mootummaan Bulchiinsa Nannoo Amaaraa fi Gareen Hidhatee Tokko Waliigaltee Nageenyaa Mallatteessan

  • VOA

Mootummaan bulchiinsa nannoo Amaaraa fi gareen hidhatee godina Gondara kaabaa keessa sosso'uu walii galtee nageenyaa mallatteessanii jiru.

Kunis walitti bu'iinsa naannoo sanaa dhaabanii hidhattonni meeshaa hikkachuun jireenya hawaasummaatti akka dabalaman gochuun mootummaan hogganaa hidhattoota kanaa Masaafint Xigaabuuf eegumsa akka godhu kan jedhu of-keessaa qaba.