Qorannaa Chaayinaan Gaggeessaa jirtu Irratti Hin Afeeramne: WHO

  • VOA

Ittiin ka'umsii vaayrasii koronaa maal akka ta'e baruuf qorannaa Chaayinaan gaggeessaa jirtu irratti hin afeeramne jechuun jaarmayaan fayyaa addunyaa (WHO) beeksisee jira.

Gara fuula duraatti jaarmayicha ni afeerti jedhanii kan eegan ta'u Beejiingiitti itti gaafatamaan jaarmayichaa beeksisanii jiru.