Biyyoonni Afriikaa Yoo Galmeen Jiru Haalli Isaa Amansiisaa Dha Jedhe Dinagdee Isaanii Qalbii dhaan Banuu Qabu Jedhame

  • VOA

Jarmayaan fayyaa addunyaa, waaltaan to’annoo fi ittisa dhukkuboota damee Afriikaa fi fooremiin dinagdee addunyaa biyyoonni Afriikaa sababaa vaayiresii koronaan sochii dhaabanii erga turanii booda attamiin dinagdee isaanii banaa akka taasisan qajeelfama gargaaru baasanii jiran.

Angawoonni eegumsa fayyaa dinagee banaa gochuuf ariifachuun weerara COVID 19 haaraa ardittii keessatti kaasuu mala jechuun yaaddoo qaban ibsaniiru.

Gabaasa Simon Marks Jalanetu dubbisa.

Your browser doesn’t support HTML5

Biyyoonni Afriikaa Yoo Galmeen Jiru Haalli Isaa Amansiisaa Dha Jedhe Dinagdee Isaanii Qalbii dhaan Banuu Qabu Jedhame