Hiriirtonni Mormii Naannoo Addunyaa Mormii Yunaayitid Isteetis Keessaa Deggeruu Itti Fufan

  • VOA

New Zealand keessaa uummati kumaan laka’amu kaleessa kanneen US keessaa ajjeechaa lammii Ameerikaa hidda dhalata Afriikaa harka poolisiitti du’e kan George Floyd ilaalchisuu mormii dhageessisaa jiran deggeruuf jecha hiriira ba’anii jiran.

Gabaasa guutuu Jalanetu dubbisa.

Your browser doesn’t support HTML5

Hiriirtonni Mormii Naannoo Addunyaa Mormii Yunaayitid Isteetis Keessaa Deggeruu Itti