‘Humnoota Nageenyaan Nageelletti nami 4 Ajjeefaman; Keessaa tokko Daa’ima Ganna 8 ti’ Hospitaala Nageellee

Mormii Oromiyaa (Faayilii)

Harra mormii ajjeechaa Artiist Hacaaluu Hundeessaan booda hiriira mormii magaalaa Nageelletti gaggeeffameen jiraattonni nami afur du’uu dubbatan.

Mormii kanarratti miseensonni raayya ittisa biyyaa namootarratti dhukaasaniin daa’ima ganna 8 dabalatee nami lama reeffisaanii gara Hospitaala nageellee akka geeffame Hospitaalichi mirkaneessee jira.

Gabaasa guuutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Humnoota Nageenyaan Nageelletti nami 4 Ajjeefaman; Keessaa tokko Daa’ima Ganna 8 ti’ Hospitaala Nageellee