Hawaasi Itiyoopiyaa kan Loos Anjeles Keessaa Sirna Dungoo Qabsiisuu Geggeesse

  • VOA

Miseensonni hawaasa Itiyoopiyaa kan LA keessaa kaleessa ajjeechaa artist haacaaluu booda hookkara ka’ee lubbuu namaa bade jedhaniif sagantaa dungoo qabsiisuu geggeessan.

Qindeessitoonni akka jedhanitti magaalaalee Oromiyaa keessatti ajjeechaa gosa irratti hundaa’e balaaleffanna jedhanii mootummaan kanneen yakka raawwatan murtiitti dhiyeessee kanneen qabeenyaan duraa manca’eef hirpha akka baasu gaafatan jechuu dhaan Daani’eel Argaaw gabaasee jira.