Obbo Lidetuu Ayyaalew Irratti Himanni Haaraan Baname  

Obbo Lidatuu Ayyaalew meeshaa waraanaa eeyyama hin qabne qabatee argame, jechuun himatni irratti banamuun himamee jira.

Himatni kun kan irratti bane abbaa alangaa Godina Shawaa Bahaa yoo ta'u himatnichi mana murtii oolaanaa godinaatti dhihaachuu isaa pirezidaantiin paartii Dimokiraatawaa Itiyoophiyaa Obboo Adaanee Taaddasaa ibsanii jiran. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Obbo Lidetuu Ayyaalew Irratti Himanne Haaraan Baname