Itiyoophiyaan seektara Turizmii Of-Eeggannoon Banuuf Jirti

  • VOA

Faayilii - Berahilee, Affaar

Weerara dhukkuba Koviid booda akka hamaatti kan miidhamee kutaa Turizimii of eeggannoo barbaachisu gochuun banuuf qophii ta'u Itiyoophiyaan beeeksiiftee jirti.

Sababa weerara vaayrasii koronaan Dolaara miliyoona tokko dhabuu isaa ministriin aadaa fi Turizmii biyyatti beeksisee jira.

Itiyoophiyaan guyyaa "Turizimii Addunyaa" maagaalaalee biyyatti adda addaa keessatti kabajuuf kan jirtu ta;uun ibsameera.