Koomishinni Poolisii Federaalaa Namoonni Gochaa Badiitti Shakkaman Hidhaman, Jedha

  • VOA

Dhaabbatoonni tokko tokko ergama dhaabbata isaaniitii ala gocha hawaasa biyyaatiif yaadessaa tahetti hirmaachaa jiru, jechuun kan ibsa baase Komishiniin Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa, “Namoonni fi dhaabbatoonni gocha badii raawwachuuf turan, jedhamuun shakkaman to'atamanii dhimmi isaanii qoratamaa jira” jedha.

Dubbi-himaan Komishinii Poolisii Federaalaa obbo Jeelaan Abdii Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsa kennaniin gareen badii raawwachuuf deemu meeshaalee Waraanaa seeraan-alaa daandii irratti gatuu egaleera, kanaaf hawaasni of eeggannoo cimsuu qaba jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Koomishinni Poolisii Federaalaa Namoonni Gochaa Badiitti Shakkaman Hidhaman, Jedha