WAASHINGITAN, DIISII —
Roobii harraa Ameerikaan Pirezdaantii haaraa simateetti.
Maanguddoon umuriin oggaa 78, Joo Baayden, Yunaaytid Isteets ganna afran dhufaniif hogganuuf jiran. Gabaasa Kaatriin Giibsanif, Tigist Gammee.