Vaayrasiin Koroonaa Simbira Halkanii Irraa Karaa Beeladaalee Namatti Darbe: Qorannaa

  • VOA

Gabaasnii haaraan har'a ba'e akka jedhutti dhukkubii Koviid-19 jalqaba simbira halkanii irraa karaa beeleedaalee namatti darbuu qorannaan ba'e ibsee jira.

Akka wixinee qorannaa kanaatti vaayrasiin Koronaa jalqaba Manneen qorannaa ykn Laabooraatorii keessaa ba'e inni jedhu gonkumaa hin fakkaatu jedha.

Maraafuu vaayrasichii jalqaban Chaayinaa magaalaa Wuhaan keessaa ka'uun ibsamee jira.