Itiyoophiyaatti Abbootiin Amantii Talaalii Koovid 19 Fudhatan 

Hoggantoota amantaa

Itiyoophiyaatti abboottin amantaa Kamisa, Ebla 8, talaalii Covid 19 fudhataniiru. Hawaasnis carraa talaalii kana fudhachuu yeroo argatu talaalamuu qaba jechuun hubachiisan, abbootiin amantaa kun.

Ummatni biyyaattii Vayiraasii kana irraa cimee akka of eeggatus dhamaniiru.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaatti Abbootiin Amantii Talaalii Koovid 19 Fudhatan