Haalli Kennisa Gargaarsaa Yoo Hin Fooyyofne Tigiraayitti Beelli Hamaan Mudachuuf Deema: Tokkummaan Mootumootaa  

  • VOA

Faayillii - Nama nyaata qarqaarsaa dhihaate baatee deemu, Aguwaalaa, Tigraay Caamsaa 8, 2021

Tokkummaan mootummootaa haalli gargaarsaa naannoo Tigraayiif dhiyaatuu hatattamaan fooyya’ee, sirraa’uu dhabaannaan deggersi maallaqaas sirriiti hin kennamuuf taanaan beelli bara 1984 keessa Itiyoophiyaa keessatti uummata miliyoona tokkoo ol fixe ammas mudachuu mala, jechuun Kibxata kaleessaa akeekkachiisee jira.

Loltoonni Eertraa naannoo Tigraay keessaa akka ba’anillee dhiibbaa gochuu itti fufee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Haalli Kennisa Gargaarsaa Yoo Hin Fooyyofne Tigiraayitti Beelli Hamaan Mudachuuf Deema: Tokkummaan Mootumootaa