Waa'ee Guutinsa Laga Abbayaarratti Wal-dhibdee Jiru Karaa Dippiloomaasii  Furachuun Fedha: Masrii

  • VOA

Faayilii - Laga Abayaa Giyaasaa, Masrii, Caamsaa 20, 2021

Ministaroonni dhimma alaa biyyoota Arabaa wal-dhibdee hidhaa Laga Abbayaa irratti Itiyoophiyaa, Masrii fi Sudaan gidduuttti uumame furuuf carraaqqii godhamutti fuuleffachuudhaan Kibxata kaleessaa Qaataar keessatti wsalga’anii turan.

Ministiriin Dhimma alaa Masrii, mootummaa Kaayiroo guutinsa bishaanii hidha Laga Abbayaa kan baatii dhufutti karoorfame ilaalchisee wal-mormii Itiyoophiyaa waliin qabu, karaa waraanaa otuu hin taane karaa dippiloomaasii akka furachuu barbaadu dubbatan.

Your browser doesn’t support HTML5

Waa'ee Guutinsa Laga Abbayaarratti Wal-dhibdee Jiru Karaa Dippiloomaasii  Furachuun Fedha: Masrii