Maatiin Artist Haacaaluu Hundeessaa Daa'imman, Maanguddootaa fi Dhabeeyyiif Gargaarsa Gumaachan 

Your browser doesn’t support HTML5

Maatiin Artist Haacaaluu Hundeessaa, Dhaabbata tola Ooltummaa Daa’immanifi Maanguddoota gargaaru Ambo jiruu fi namoota gargaarsa barbaadan 200 oliif gargaarsa gumaachanii jiran.

Nama gargaaruuf kaayyoo Haacaaluun qabaachaa ture galmaan ga’uuf akka hojjettu ka dubbatte, haati warraa artitichaa Aaddee Faantuu Damissoo, “Kana booda hin boo’u.

Kan ani boo’u yoo kaayyoon isaa galma hin geenye qofa’” jette.

Your browser doesn’t support HTML5

Maatiin Artist Haacaaluu Hundeessaa Daa'imman, Maanguddootaa fi Dhabeeyyiif Gargaarsa Gumaachan