Mootummaan Naannoo Tigiraay Lola-dhaabinsaaf Haal-dureelee Dhiheesse 

  • VOA

IWEAT’n kan hoogganamu mootummaan naannoo Tigraay, walii-galtee lola dhaabinsaatiif haal-duree lafa kaa’uun deebii kenne.

Mootummichi naannoo ibsa baaseen, humnoonni Ertriraa fi naannoo Amaaraa naannoo sanaa keessaa akka bahan, naannicha keesatti balalii sadarkaa addunyaa geggeessuu dabalee, wal-quunnamtiileen hundinuu akka banamanii fi qaamni humna naga-eegumsaa mootummaa kamiyyu Tigiraay akka hin seenne, kanneen jedhan dabalatee haal-dureelee tarreessee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Naannoo Tigiraay Lola-dhaabinsaaf Haal-dureelee Dhiheesse