Naannoon Oromiyaa miseensota hawaasa diyaasporaa simachuuf qophaa’uu isaa ibse

Daayiriktara Diyaaspooraa Oromiyaa kan ta’an Obbo Amiin Jundii (Suuraa viidiyoo gaafii fi deebii OBN irratti geggeeffame irraa fudhatame)

Bara haaraa 2022 akkasumas Ayyaana Qillee Itiyoophiyaatti kabajamu sababeeffachuun Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Doktor Abiyyi Ahimad dhalattoota fi lammiilee Itiyoophiyaa biyyoota alaa garaa garaa keessa jiraatan gara Itiyoophiyaa akka dhufaniif waamicha taasisuun isaanii ni yaadatama.

Waamicha kanarrattis Diyaaspooraan Miiliyoonni tokko gara Itiyoophiyaatti deemuun Ayyaana Qillee Itiyoophiyaatti akka kabajan akkasumas bara haaraa 2022 biyya isaaniitti akka kabajan ni eegama.

Dhufaatii Diyaaspooraa kanaaf Naannoon Oromiyaa qophii akkamii taasiisaa jira jechuun gabaasaan keenya Mitikkuu Fiqaaduu Daayiriktara Diyaaspooraa Oromiyaa kan ta’an Obbo Amiin Jundii dubbisuun yaada Itti aanu qindeesseera.

Your browser doesn’t support HTML5

Naannoon Oromiyaa miseensota hawaasa diyaasporaa simachuuf qophaa’uu isaa ibse