KFOn Hoogganoonni Isaa Hiikamuu Gammachuun Simahuu Isaa Ibs

Paartiin koongireesii Federalawaa Oromoo hoggaansi fi miseensonni isaa mana hidhaatti hiikamuun marii biyyoolessaa geggeessuuf karoora jiru keessatti qooda gumaachu qaba jechuun ibseera.

Itti gafatamaan waajjira KFO obbo Xurunee Gamtaa Raadiyoo Sagaalee Ameerikaattif akka ibsaaniitti mootummaan marii biyyoolessaa hundaa hirmachiise gaggeessuudhaaf miseensota paartilee siyaasa gara garaa mana hidhaa jiran hunda hiikuu qaba jedhan.

Ministiiri Haaqa Dr.Geediyoon Ximootiyoos hoggansaa fi miseensota paartiilee siyaasa ilallichisuun ibsa kennaan namoonni kun kan hiikamaan qamni isaan himatee himataa isaan waan addaan kuteef jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa