Hoogganoonni Somaaliyaa Filannoo Prezidaantummaa Geggeessuuf Walii Galan

  • VOA

Hoogganoonni Somaaliyaa kan yeroo dheeraaf lafa irra harkifamaa ture filannooo paarlaamaa fi prezidaantummaa Guraandhala 25 xumuruuf walii galan.

Wixata darbe michoonni Somaaliyaa kan sadarkaa addunyaa walii galtee sana gammachuun simatanis, wal dihbdeen siyaasaa prezidaantichaa fi muummicha ministeerichaa gidduutti uumame garuu lammiiwwan Somaaliyaa hanga tokko shakkii keessa galchee jira. Gabaasa Mohammed Kahiyee Moqadishoo irraa erge Jalanetu dhiyeessa.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa