Haleellaa Riphe-loltootaan Ammaarroo Keessatti Namootni 3 Ajjeesaman, Jedhu Jiraattonni  

  • VOA

FAAYILII - Addabaabaayii Sumudaa, Magaala Hawaasa, Sadaasa19, 2019

Gareen hidhattootaa “Waraana Bilisummaa Oromoo” of waamuu fi mootummaan “ABO Shanee” jechuun waamuu, naannoo Kibbaa, aanaa Amaarroo keessa kanneen jiran gandeen sadii keessaa namoota sadii ajjeesuu dubbatu, jiraattoota VOAtti. Haleellichi hammaatee itti fufee jirallee jedhan.

Mootummaan Oromiyaa gama isaan tarkaanfii fudhataa akka jiru ibsee jira. Dubbi-himaan WBO torban tokko dura haleellaalee akkanaa gareen keenya hin raaw’atu, oduu dharaa ti, jedhee ture.

Your browser doesn’t support HTML5

Haleellaa Riphe-loltootaan Ammaarroo Keessatti Namootni 3 Ajjeesaman, Jedhu Jiraattonni