Afrikaa Keessatti Hirmaannaan Raashiyaa Dabaluun Qalbii Biyyoota Lixaa Hawataa Jira  

  • VOA

FAAYILII - Pirezdaantii Raashiyaa fi Pirezdaantii Masrii, Bara 2019

Gamtaan Awroopaa qabeenya Afrikaa keessaa qabu laalchise gabaasni dura baasne dogooraa qaba. Lakkofsi sirriin doolaarii biliyoona 172 ta'uu sin beeksisaa dogoggora uumameef nu oofkalchaa jenna.

Humni Sooviiyeet duraanii walta’iinsa dinagdee fi waraanaa Afrikaa keessatti jabeessuudhaan hidhata ishee qalbiidhaan deebistee ijaaraachaa akka jiru gabaasamaa jira.

Tooftaa fi itti gallii ishee qalbii biyyoottan gama lixaas hawataa jira. Dhimma kana irratii gabaasaa VOA qopheesse hordofaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaa Keessatti Hirmaannaan Raashiyaa Dabaluun Qalbii Biyyoota Lixaa Hawataa Jira