Zelenskiin Nagaa Brbaanna Jedhan 

  • VOA

FAAYILII - Pirezdaantii Yukreen Volodmiir Zalaniskii

Raashaa fi Yukreen marii marsaa haaraa gaggeessuuf yeroo jedhan kanatti dhimmi abbaa biyyummaa fi daangaa Yukreen kan ilaalchii duraa itti kennamu ta’u mummichi ministeeraa Yukree vidiyoo waraabamee Dilbata kaleessa galgala dhiyaatee irratti beeksiisan.

Tarkii keessatti walgahii kallattiin wal fullee ta’anii gaggeeffamu barbaanna kun hamaa hin qabu jedhan.

Gargaartoota Zalaniskii keessa tokko akka jedhanti Yukreeniif dhimmi nageenyaa kan ilaaleen biyyoota amanamoo ta’an keessaa Tarkiin tokko.