Hanqina Nyaataa fi Ol Ka’uu Gatii Itiyoophiyaa Keessaa Hayyoonni Akkamitti Ilaalu?

Ogeessota Dinagdee Dr. Shimellis Ara'yaa fi obbo Qixxeessaa Dalasaa

Itiyoophiyaa keessati qaala’insa Jireenyaa yeroodhaa yerootti dabala dhufetti furmaata barbaacha Mootummaan dhiheenya kana murtii dubarseen mi’oonni nyaataa ka bu’uuraa biyyoota alaarraa galfaman dilaala yokaan qaraxa malee akka biyya galanii fi dhiyyeessiin Oomishaalee nyaataa karaa Firaankoo Vaalutaa jedhamuun akka biyyaa galan eyyama kennuu isaa beeksisee jira. Murteewwan akkanaa qaala’insa jireenyaa fi daballii gatii yeroo ammaa biyyattii mudate hagam furuu danda’a kan jedhurratti ogeessonni dinagdee ibsa nuuf kennaniiru.

Your browser doesn’t support HTML5

Gabaasa guutuu caqasaa