Hoteelonni Finfinnee Keessaa Cufamanii Turan Guutummaan Banamuun Ibsame

  • VOA

FAAYILII - Hoteela Harmonii fi Hoteela Kaaleb jedhaman FInfinnee, Adoolessa 15, 2021

Lola kaaba itiyoopiyaatti ka’etti aansuu dhaan hoteelonni cufamanii turan guutummaan banamuu isaanii prezidaantiin waldaa hoteelota Finfinnee aadde Aster Solomon VOAf ibsaniiru. Haa ta’u malee angawoonni hoteelonni hangi tokko, dhiichsa jajjabeessu jechuun qeeqanii jiran. Gareeleeleen mirga namaa addunyaa irra hedduu daldalaawwan qabeenyaa dhalattoota Tigraay cufuu akka dhaabu mootummaa gaafataa jiran jechuu dhaan Kenedi abaatee gabaasee jira.