Ministriin Fayyaa Itiyoophiyaa Dhaabbattoota Fayyaa Sababaa Waraansaan Manca’an Ka Deebisee Ijaaraa Jiru Ta’uu Beeksise

Ministriin eegumsa fayyaa Itiyoopiyaa waaltaalee eegumsa suphamuun hojii eegalan ilaalchisee ibsa kenne

Itiyoophiyaa keessatti sababa lola Kaaba biyyattii fi walitti bu'iinsa bakka garaa garaattii muudateen dhaabbilee fayyaa barbadaa'an deebisanii suphuu hojii eegalsiisuu isaa ministeerri fayyaa ifoomseera.

Sababa waraanatin naannoo Amhaaraa fi Affaaritti hospitaaloota barbadaa'an keessaa 36 deebisanii ijaaruun hojii eegalsiisuu isaa dubbata. Deetaan ministeera fayyaa Dr.Ayyalee Tashoomee akka jedhanitti akka guutuu biyyattiitti dhaabbileen fayyaa sababa rakkoo nageenyaatiin miidhaman 3000 oli.

Your browser doesn’t support HTML5

Ministriin eegumsa fayyaa Itiyoopiyaa waaltaalee eegumsa suphamuun hojii eegalan ilaalchisee ibsa kenne