Jireenya Dubartoota qaamaa hir’uu Foyyeessuuf Carraaqqii Gaggeeffame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Jireenya Dubartoota qaamaa hir’uu Foyyeessuuf Carraaqqii Gaggeeffame

Naayijeeriyaa keessa kan jiru gareen gargaarsaa tokko dubartoota qaamaa hir’uu ta’an hojii oguma harkaa leenjisee akka isaan of danda'an taasisaa jira.

Gareen kun dhiyoo kana waan dubartoota kanaan oomishamee uummataaf dhiyeessuun agarsiisa daldalaa qopheessee jira.