Baatiin Eblaa baatii waa’een dhukkuba Otiizim ilaalchisee baruumsii fi dadamaqiinsi ooguuma adda addaa itti kennamuu ta'uun beekama.Yunaaytid Isteetis kutaaa Merilaand keessa ka jiru Waaltaa Fayyaa Hospitaala Seent Jooseef keessatti dooktoora fayyaa daa’immanii kan ta'an Dr. Birhaanee Oljirraa waliin gaaffii fi deebii gaggeeffame caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Dhukkubii Otiizim jedhamu maalii?