Mootummaan Lola-dhaabinsa Beeksiseyyuu Namoota Rakkatan Gargaarsaan Dhaqqabuun Akkuma Rakkoo Tahetti Jira, Jedhama

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Lola-dhaabinsa Beeksiseyyuu Namoota Rakkatan Gargaarsaan Dhaqqabuun Akkuma Rakkoo Tahetti Jira, Jedhama

Mootummaan Itiyoophiyaa akka gargaarsi namoomaa lammiwwan gargaarsa barbaadan dhaqqabuuf jecha lola riphxee-loltoota Tigiraay waliin geggeessu dhaabuu isaa beekseyyuu, jaarmayaaleen gargaarsaa nyaataa fi dawaa namoota gargaarsi barbaachisu dhaqqabsiisuun wal’aansoo itti tahaa jira.