Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Akeekkachiisa Kennee Jira

  • Jallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Sababaa weerara dhukkuuba KOOVIID 19 kan ka’e dhukkuboonni silaa talaaliin ittisuun danda’amuu Afrikaa keessatti baballataa jiru jechuun jaarmayaan Fayyaa addunyaa(WHO)n akeekkachisee jira.

Gama kaaniin ministeerrii Fayyaa kan Itiyoophiyaa talaalii ramaddii hin kennamiin hafan waliin ga'uuf carraaqqiin akka jiru ibsee jira.

Gabaasa Guutuu caqasaa.