Itiyoophiyaa fi Caama Mudate

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Biyyoota gaanfa Afrikaa keessatti caamnii yeroo mudatu waan haaraa miti.Garu hayyonni akka jedhanti Itiyoophiyaa Keniyaa fi Somaaliyaa keessatti oomisha facaafamee mancaasuu fi beeleedaalee ajjeesuun dabalaa kan deemee yoo ta’u kunis jijjiirama qilleensaa waliin wal qabata jedhu.

Sagantaan Nyaata Addunyaa kan Tokkummaa Mootummootaa Itiyoophiyaa keessatti kanneen miidhaman nyaachiisu qofa otoo hin taanee hawaasaalee yeroo dheeraaf caama dandamatan argamsisuuf hojjataa jira.

Gabaasa Guutuu Caqasaa.