Magaalli Mariipol Harka Raashiyaa Seenuun Hin Oolle Jedhame

  • VOA

Humnoota Yukireen Raashiyaatti harka kennatan, M ariipol, Yukireen, Caamsaa, 17, 2022.

Magaalaan buufata doniikan Yukreen kan taate Mariipol Kibxata har’a harka Raashaa seenuun ishee waan hin ollee jedhamee jira.Kunis walii galtee gam lameen giddutti tolfameen looltonni Yukreen 260 caqalan warshaa sibilaa Azovstal wiixata kaleessaa gadhiisanii ba’uun humootii Raashaatti harka eega kennanii booda.

Angawoonni Yukreen akka jedhanti, looltoota isaanii hafan warshaa sibilaa keessaa baasuuf hojjataa kan jiran yoo ta’u meeqa akka achi keessatti hafan hin beektu.