Dubartoota 14 Yeroo ABUT Naannoo Amaaraa Keessa Ture Gudeeddamuu Himatan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

VOA-n Dubartoota 14 Yeroo ABUT Naannoo Amaaraa Keessa Ture Gudeeddaman Dubbise

Eega waraansi Itiyoophiyaa ripxeeloltoota Tigiraay waliin bara 2020 jalqabamee as, gam lameenuu humnaan gudeeddii akka meeshaa waraanaatti itti fayyadamaa turan. VOAn Naannoo Amaaraa keessaa dubartoota 14 kanneen loltoota Tigiraayiin humnaan gudeessiin suukanneessan nu irratti raaw’atame jedhanii fi sababaa sanaaf moggaatti qoodamuu isaanii dubbatan dubbisee jira. Gabaasaa Henrii Wilkinsi, Tujubeetu dhiheessa.