Annan Daa'immanii Dhabamuun Yaaddoo Uumee Jira

  • Jallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Annan Daa'immanii Dhabamuun Yaaddoo Uumee Jira

Yunaaytid Isteetes keessatti annan daa’imman kan daakuus ta’e ka biroo (baby formula) jedhaman gabaa irraa dhabamuun rakkoo waan ta’eef jecha biyya alaa irraa fiduun durqama ta’a jira.Kunis haadholii annan akkasii daa’imman isaaniif kennan biratti yaaddoo uumee jira.

Dhimma kana irrattikan qopheessine caqasaa.