Horsisee  Bulaan Hongeen Miidhamuun Itti Fuufa Taanaan Akkaataa Jireenya Isaa Jijjiruu Qaba 

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Horsisee  Bulaan Hongeen Miidhamuun Itti Fuufa Taanaan Akkaataa Jireenya Isaa Jijjiruu Qaba 

Hongeen itti fufiinsaan gaanfa Afrikaa googsaa jiru calaqqee haala qilleensaa hamaa fi jijjiirama qilleensaatiin hammaataa adeemee dha.

Horsiisee bulaa Itiyoophiyaa kanneen beeleedaan miliyoona tokkoo ol jalaa dhumaniif akkaataan jireenya isaanii kun, dhaloonni dhufu itti fufuu dadhabuu isaaf mallattoo dha.