Dargaggoonni Sudaan Aartiitti Obsaa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dargaggoonni Sudaan Aartiitti Obsaa Jiran

Wal-unkura siyaasaa oggoota darbanii biyyattii keessa ture boodaa dargaggoonni Sudaan baayyen gadda jeequmsi ture irraan gahee fi diinagdee hammaachaa dhufe muuziiqaadhaf aartitti obsaa; wal onnachiisaa jiran.