Poolisiin Ayyaana Id Al Faxir Irratti Aara Imimmaansu Dhukaasuutti Shakkame Guyyaa Sadaffaaf Mana-murtiitti Dhihaate  

  • VOA

FAAYILII - Ayyaana Iid Al Adahaa guyyaa harraa Finfinneetti

Ayyaana Id Al Fixir magaalaa Finfinneetti kabajame irratti aara imimmaanessu dhoosuun shakkame kan hidhame poolisiin kora humna bittimmeessaa konisaatabil Anbulaa Utee har'a yeroo 3ffaaf mana murtiitti dhiyaatee jira. Poolisiin dhimma isaa qoratu, hanga qorannaa isaa xumurutti yeroo dabalataa gaafatee manni-murtii eyyameefii jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Poolisiin Ayyaana Id Al Faxir Irratti Aara Imimmaansu Dhukaasuutti Shakkame Guyyaa Sadaffaaf Mana-murtiitti Dhihaate