Xiinxala Haleellaa Dhiheenya Ertiraan Shiraaroorratti Raaw’atte Jedhamee fi Daafoo Inni Fiduu Malu   

  • Namoo Daandii

Maapii daangaa Itoophiyaa fii Ertiraa agarsiisu

Humnootiin Ertiraa Itiyoophiyaa gama Kaabaa, naannoo Tigiraay keessatti kan argamtu magaalaa Shiraaroo meeshaalee guguddaan haleeleeluu isaanii, Tokkummaa Mootummootaa fi maddeen naannoo wabeeffachuun, Rooyiters kaleessa gabaasee ture.

Haleellaa sanaan mucayyoon durbaa umuriin waggaa kudha-afurii tokko du’uu fi kanneen biroon 18 madaa’uu, akkasumas, manneen 12 diigamuu dubbate, gabaasichi. Dhimma kana irratti, Namoon, Yunivarsitii Saayinsii fi Teknooloojii Adaamaa irraa barsiisaa barnoota bulchiinsaa – Obbo Barasaa Abarraa dubbisee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxala Haleellaa Dhiheenya Ertiraan Shiraaroorratti Raaw’atte Jedhamee fi Daafoo Inni Fiduu Malu