Afrikaa Bahaa Keessatti Namoonnii Miliyoona Digdama Ta'an Beela'uu Malu: Dhaabbatoota gargaarsaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaa Bahaa Keessatti Namoonnii Miliyoona Diigdama Ta'an Beela'uu Maluu:Dhaabbatoota argaaarsaa

Biyyoota Afrikaa Bahaa keessatti hanga baatii Fuulbaana dufuuttinamoonni Miliyoona 20 ta'an beela'uu malu jedhamee kan eegamu ta’uu dhaabbatonni gargaarsaa akeeekkachisanii jiru.Kunis caama hamma uumameef deebii jabaan hin kennamu yoo ta’e jedhu.

Yeroo walitti aanan afuriif roobni ga’aan dhabamuu isaa irraa kan ka’e akeekkachiisi kun kenname. Waggoota 40 keessatti caama hamaa dha kan jedhame kun Itiyoophiyaa, keniyaa fi Somaaliyaa keessatti beeleedaalee Miliyoona 7 fixe. Gabaasa Mohammed Yusuuf caqasaa.