Baatii Shaniif Hidhamnee Yaa Kanaa Namnii Nuun Jedhe Hin Jiru:Dhalattoota Tigraay

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Baatii Shaniif Hidhamnee Yaa Kanaa Namni Nuun Jedhe Hin hin jiru.: Dhalattoota Tigraay

Bulchiinsa naannoo Afaar Ab- Alaa keessaa nu guuranii kaampii magaala Samaraa keessa jiruu fi Maagoriyaa jedhamee waamamuu keessatti baatii shaniif ka'amnee jirra kan jedhan dhalattonni Tigraay eenyu iyyu ituu nu dubbisiin akksumas seera duratti ituu hin dhiyaatiin du’aa fi dhukkubaaf saaxilamnee jirra jedhu.