Dubartoonni ulfaa rakkoo fayyaa wal xaxaa fi du'a hordofsiisuu kan dhukkuuba KOOVIID-19 irraa dhufuuf saaxilamoo ta'u qorannaan dhiyeenya kana gaggeeffame hubachisee jira.
Qorannaan kun biyyoota Afrikaa Kanneen uffee sahaaraa gadii keessatti gaggeeffame. Gabaasa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5
Talaaliin Kooviid- 19 Ittsu Dubartoota Ulfaa Ni Gargaara:Qorannaa Haaraa