"Akkam...Nagumaa," Viidiyoo Miidiyaa Hawaasummaa irratti Namoota Hawwate

Your browser doesn’t support HTML5

"Akkam...Nagumaa," Viidiyoo Miidiyaa Hawaasummaa irratti Namoota Hawwate

Hundeessan 'Risaa Multimedia', Gammadaa Olaanaa jalqaba ji'a kanaa yaa'ii dargaggootaa Dubaay keessatti qophaahee ture irratti hiryoota baafate wajjin viidiyoon dhiheesse tibba san jaalatamee ture.

Waayee yaa'ii irratti hirmaatee, ogummaa koominikeeshinii fi fayyadama miidiyaa hawaasummaa irratti muuxannoo isaa gaafanne, kinooti.