Yuukreen Keessatii Waraansi Hammaachuu Prezidaantiin Biyyattii Dubbatan  

  • VOA

Zeleniskiin galgala kaleessaa ibsaa kennaniin waraanii Raashaa irratii haleelaa haaraa raawachaa jiraachuu ibsan

Wal waraansii Raashaa fi Yuukreen yemmuu ji’a Afuraffaadhaaf deemaa jiru kanatti waraanii Yuukreen kutaa baha biyyatti Weerara Raashaa irraa ittisaa jiruu lolli jabaan akka isaa muudataa jiruu prezidaantiin Yuukreen Volodiymiir Zeleniskii himaniiru.

Zeleniskiin galgala kaleessaa ibsaa kennaniin waraanii Raashaa karkiiv fi Oddesaa irrati, akkasumas Donbas irratii haleelaa haaraa raawachaa jiraachuu isaanii ibsanii waraana biyya isaanii irraa itisnii cimaan akka isaa muudataa jiru beeksisaniiru.

Waraana Raashaa sheexana jedhanii kan waaman zelensikiin sheexana immoo kan afaan qabsiinuu adda waraanaati>> kan jedhanii

Lyis yichaanisk fi Siverodonsik itisuudhaaf dhiiroonii fi shamaran keenyaa achi jiru jedhaniru. Haalii kutaa baha yuukreen keessa jiru hedduu jabaa akka ta’es Zeleniskiin himuun isaanii gabaasameeraa.