Lammiileen Giddu-galeessa Bahaarraa Itiyoophiyaatti Deebisaman Hanqina Deggersaan Rakkataa Jirra Jedhu 

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiileen Giddu-galeessa Bahaarraa Itiyoophiyaatti Deebisaman Hanqina Deggersaan Rakkataa Jirra Jedhu 

Lammileen Itiyoophiyaa biyyoota Giddu-galeessa Bahaa irraa gara biyyaatti deebifaman, deeggarsa gahaa waan dhabneef rakkoo keessa jirra, jedhu.

Keessumaa warri Saawudiidhaa biyyatti dhiyeenya deebi’an, nagaan biyyatti deebi’uu gammadanus deeggarsi nuuf taasisamu waan hin jirreef rakkoo hawaas diinagdeef saaxilamne, jechuun haala isaanii ibsa. Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa ammoo hojii deeggarsa kennuu ittuma jirra jedha.