Finfinneetti Gaazexeessaan Torban Dabre Hiikamee Ture Deebi’ee Qabame  

  • VOA

FAAYILII Namoota gaazexaa dubbisan, FInfinnee

Yoo tubii iraan kan tamsa’uu midiyaa hawaasaa Itiyoo Forem Midiyaa jedhamuu kan qopheesuu gaazexeessaa yaayyeesewu Shimalis finfinee keessatti qabamee hidhamuun isaa beekameeraa.

Gaazexeessan kun dhiheenyaa kana mana hidhaa keessa kan turee yoo ta’u, wabii birri kuma 10n manna hidhaatii hikamuun isaa ani beekamaa.

Sababinii inni amma deebii’ee itiin hidhame bakki inni jiruu akka hin beekamne abukaatoon isaa obbo Tadele Gebre Medihin VOA ti himaniiru.